Our Updates

jaalala dhuga

By Mahee Digital


Tue, 27-Nov-2018, 06:42

#DUBBII_WAA_SADII (3)#Nama 3 Hiriyaa hin godhatin ~* Sodaataa* Gowwaa* Abbaa garaa.#Nama 3 wadaaja hin yaammatin ~* Nama jaartin mootu* Daldalaa* Hattuu.# waa 3 Abbaa tuffattii, waa 3 Abbaa hin tuffattu.* Dibichi Haraashii yeroo goobe Abbuma guddiseTuffata.* Jaartiin yeroo Jaarsi harka qallateefii yeroo jaarsidulloome or nailed.* Ilmi Abbaan kabajaan hin guddisin yeroo dardareAbbaatuffata.#waa 3 tan Abbaa hin tuffanne.* Intalti dhalaa Abbaa hin tuffattu* Sareen Abbaa hin tuffattu* Dachiin Abbaa hin tuffattu.#waa 3 osoo jibbanuu nama dhaalti ~* Got it* Dulluma* Hiyyummaa.~ Jaartin dhiiraa 3 je'...

Continue reading

YaaRasuula Rabbii fiidaakeeti Ani

By Mahee Digital


Tue, 20-Nov-2018, 13:22

YaaRasuula Rabbii fiidaakeeti Ani ﷺErgamaa rahmataannuuf erge rabiiniikan ergama isaatiin ibsamte dachiiniiKan fakkeenyi isaa lamuun argaminiiCaalaa Ambiyootaa muhammad Amiiniiyaakheeyral Ambiyaa'i wolmursaliiniiyaaErgamaa Rabbii fiidaa keeti AniiRasuula hinjaalattan jetti AhbaashiiniiAkkam sinjaalannee yaa habiibii Aniieenyuun haajaaladhuu yoo sinjaalatiniiSanuuyoo lubbuukoo sancaalchifatiniiJaalala kee ibsuun yoosi hordofaniiAkkamitti tahaa MOOWLIDA qofaaniiAayyoof Aabboon koollee fidaakee haata'aniiYaaRasuula Rabbii fiidaa keeti AniiRasuula hinjaalattan jetti firqaan fitnaaAkkam sinjaalanne...

Continue reading

jaalala haalala

By Mahee Digital


Tue, 20-Nov-2018, 11:18

Jaalalli haalala tamsaasa qabliitii Jaalalli dhugaanis badhaasa rabbitii Onnee koo jaalala kee Qalbiin koo amala kee Sammuun koo yaada kee arrabni koo waa'ee kee Takkale hin dagatu Jaalalli dhugaa fageenya karaatiin hin daangeffamu!~ Jaalalli dhugaa furtuu jireenyati!~ Jaalalli dhugaa ibsaa addunyaa fi gaaddisa jiruuti!~ Nama jaalalli dhugaa kuffiseef, guulli harkisa lafaa itti hin gaafatamu!~ Dhiira qawweef hin jilbiiffannetu, jaalala dhugaatiif jilbiiffata!~ Yoo nama taate fedhii keetiif osoo hin taane, kaayyoo keetiif dursakenni!

Continue reading

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;