jaalala haalala
Jaalalli haalala tamsaasa qabliitii
Jaalalli dhugaanis badhaasa rabbitii
Onnee koo jaalala kee
Qalbiin koo amala kee
Sammuun koo yaada kee
arrabni koo waa'ee kee
Takkale hin dagatu
Jaalalli dhugaa fageenya karaatiin hin daangeffamu!
~ Jaalalli dhugaa furtuu jireenyati!
~ Jaalalli dhugaa ibsaa addunyaa fi gaaddisa jiruuti!
~ Nama jaalalli dhugaa kuffiseef, guulli harkisa lafaa itti hin gaafatamu!
~ Dhiira qawweef hin jilbiiffannetu, jaalala dhugaatiif jilbiiffata!
~ Yoo nama taate fedhii keetiif osoo hin taane, kaayyoo keetiif dursa
kenni!
Leave a Message