about mahedigital.wibset.co.in


 Garee kan sharraman kenya dargogo tiya 

Akka wa irra bartanif ? Obsaan dubbisaa Seena hin  Dubbisan malee ofiin nama dubbiftuu ♥  nama waa dubbisetu 

 barattuun tun heddu obsa waan qabduuf  Mana barumsaa San Keessa Iddoo biraatti yaamatee Yaa obboleessa maaltu sii dhibee barachuu maalif naa dhoorgitaa jette gaafatee ?? 


? San booda gurbaan Akkana jedheen Anii hedduu  sii jaaladha Sii dhabee jiraachuu hin dandayuu Yoo jaalalee qabaates Akka  fedhii kiyyaa naaf guutu sirra barbaada jedheen 


? Intalli tuniis Yaada gurbaa kanaa sirriitti Erga hubatee booda Tooftaa ( mala) gurbaa kanaaf sababa tayee hamtuu irra isaa Oolchuu yeroo xiqqoof  sammuu isii kessa ergaa yaade 

Jecha  Ergamaa rabbii ? (S a w)? yaadattee 


?☘Ergamaa rabbii (S a w) akkana jedhan  

Namanii guyyaa ☘40 ☘Iimaama woliin salaata fajrii osoo takka addan hin kuttiin salaate  tiika rabbii kessa galee Ammas sheeyxaanni isa dogogorsiisuu hin dandayuu  nuura Iimaana godhata jedhan   ( sahiha muslim)


? Maare Akkana jetteen Atti Erga naa jaalate Waan An siin jedhee goota Yoo atti waan an siin jedhee hojjatte  aniis fedha Kee siif guuta jetteen ???


? Gurbaanis heddu gammadee Eee waan Atti naan jette hundaa nii hojjadha jedheen 


?  Intalliis Akkan jetteen Tolee guyyaa ?40☘  ykn ji'a tokkof bultii 10n guyyaa tokko osoo Addaan hin kuttiin salaata fajrii ykn (subii ) masjida deemii Iimaama wojjiin salaatii jetteen 


? Gurbaanis tolee jedhee fudhatee 

Ammas akkana jetteen  Anii guyyaa hundaa sii ilaala yoo guyyaa tokko masjida sii dhabee waan siif godhuu hin qabuu yoo waada guute malee jetteen Tolee  jedhanii Addan deeman


? Gurbaan salaata Eegalee intallii naa Eegadii yoo Salaata guyya tokkof addan kutte fedhii kiyya naaf hin guutu jedhee waan sodaatuf Guyyaa tokko osoo Addaan hin kuttiin osoo yeroo dabrsiin Guyyaa ☘40? Iimaama woliin salaate xumuree


? Garuu Adada salaatuun gurbaa Kan iimaanni isaa dabalmaa dhufe sodaa rabbii Eegalee kadhaa rabbii Eegalee nuurri Iimaana Irraa muldhatee yaada intalaa dagatee 


? Intaalii garuu gaafa guyyaan ?40☘ dhumatee Kootu Amma fedha Kee siif guuta jetteen ??


? Gubaanis Ha'uzubillaah Astgafurullaah jedhee biraa deeme 


?Intalli tuniis Alhmdulillaah gallanii keetti yaa rabbii Kan sababa kiyyaan gurbaa Kan qajeelchiite jette Rabbiif sujuuda buute 


? Yeroo Kan Gurbaan of irra gargalee laalee 

Maaliif sujuuda buta  jedhee gaafate?? 


? Intalli tuniis Akkan jetteen Een hin sujuuda rabbii kiiyyaf Kan sababa kiyyaan sii qajeelchee haraama dalguu irra sii fageese rabbiin of sii beeksisee jetten 


 ?Gurbaan kun hedduu itti dhagahamee of iraa gadii taa'e Atti waa dhugaan milkoofatee siif galtee iimaani dhuga Ana rabbiitu naa milkeesuu Aduniyaa Fi Akiraa jedhee booye 


? Guyyaa lamma booda  maatii intalaa biraa deeme seena kana hundaa barsiisee Intala isaani akka itti heerumsiisan gaafatee maatiinis hin dinnee Kenaaniif deema Rabbiin Addaan isiin hin baasiin Aduniyaa Fi akiraalee jedhanii

Ebbisan 


Nama soda rabbii dhugamattii  qabuu isaa  milkessa  rabbiin Akkanatti 

      


?  Rabbii Nuu milkeesuu Aduniyaa Fi akiraa  anaaf isiinilee Akkuma jaraa kanaa


♥ Waan dubbifantaniif keeyrii isiin haa dubbiftuu Barakallahu fiikum  ♥

Shere shere woliif godha


This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;