Nama jinniin seentetti aayata itti qara'an 1-faatihaa guutu...


Nama jinniin seentetti aayata itti qara'an 1-faatihaa guututti qaraata 2-suuraa baqaraa aayata 1-5 qaraata 3-suuraa baqaraa aayata 163-164 4-suuraa baqaraa aayata 255-257 5-suuraa baqaraa aayata 285-286 6-suuraa Aali imraan aayata 18-19 7-suuraa A'araaf aayata 54-56 8-suuraa Mu'uminuun aayata 115-118 9-suuraa Saaffaat aayata 1-10 10-suuraa Ahqaaf aayata 29-32 11-suuraa Arrahmaan aayata 33-36 12-suuraa Alhashr aayata 21-24 13-suuraa Al jin aayata 1-9 14-suuraa ikhlaas 15-suuraa Al falaq 16-suuraa Annaas iznii Rabbiitiin nifayyin Nama jinniin seente akkamitti beekuu dandessa akkatti beekuu dandessu yeroo Quraana itti qaraatu ilkee walitti qabdi walitti maxxansiti afaan isii yo isaa addaan baasuu hin dandessu onneetu dhukkuba onnee if qaban aaahhh jacha iyyan haasawni isaanii nijijjiirama nama ati beeytu sanii miti ni'iyyan namaas ni'arrabsanNama jinniin seentetti aayata itti qara'an 1-faatihaa guututti qaraata 2-suuraa baqaraa aayata 1-5 qaraata 3-suuraa baqaraa aayata 163-164 4-suuraa baqaraa aayata 255-257 5-suuraa baqaraa aayata 285-286 6-suuraa Aali imraan aayata 18-19 7-suuraa A'araaf aayata 54-56 8-suuraa Mu'uminuun aayata 115-118 9-suuraa Saaffaat aayata 1-10 10-suuraa Ahqaaf aayata 29-32 11-suuraa Arrahmaan aayata 33-36 12-suuraa Alhashr aayata 21-24 13-suuraa Al jin aayata 1-9 14-suuraa ikhlaas 15-suuraa Al falaq 16-suuraa Annaas iznii Rabbiitiin nifayyin Nama jinniin seente akkamitti beekuu dandessa akkatti beekuu dandessu yeroo Quraana itti qaraatu ilkee walitti qabdi walitti maxxansiti afaan isii yo isaa addaan baasuu hin dandessu onneetu dhukkuba onnee if qaban aaahhh jacha iyyan haasawni isaanii nijijjiirama nama ati beeytu sanii miti ni'iyyan namaas ni'arrabsan Nama jinniin seente waan gootu irraa bishaan dhugan weelkaa kessa tahliila qaraata tahliili sun akka ibiddatti isaan guba, ni'obaasta itti dirqita,itti dibdaNama jinniin seente waan gootu irraa bishaan dhugan weelkaa kessa tahliila qaraata tahliili sun akka ibiddatti isaan guba, ni'obaasta itti dirqita,itti dibda✍mahe babili lion

View more on Facebook



Leave a Message

×
×

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;