welcome to Waalalo harmee
Hangaa feete ☜ jaaladhuu.
Hangaa feete ☜amanii.
Hangaa feete ☜ kabajii.
Hangaa feete ☜itti dhiyadhuu.
Hangaa feete☜ irraa fagadhuu.
Hangaa feete ☜ jibbi yookn tuffadhu.
Hangaa feete☜ ofitti anffadhuu.
Hangaa feete ☜ kheeyri yaadif
Hangaa feete ☜gammachisi.
☞ ilmii namaa kamuu sitti jijjirama ☜
☞Garuu Kan jiruu duniyaa tanaa irraatti yeroo kamuu sittii Hin jijjiramnee Haadhaa fii abbaa kee qofaa ☜
Rabbiin haadhaaf Abbaa keenyaa umrii isaanii nuuf haa dheeresu
Worraa adunyaa irraa hin jireef jannaatan isaan haa gammachiisu.
Mahe babili lion fb
I love you my mother and father ❤
Leave a Message