?#GORSA_HADIISA_KEESSA_DHUFE? =====================<<<<<==>...
?#GORSA_HADIISA_KEESSA_DHUFE?
=====================<<<<<==>>>>=
1? Nama 3 Kan Rabbiin hin dubbifne kamfaa dha?
✒Nama huccuu lafarra harkisu
=Nama kakuu kijibaatiin horii heddummeeffatu.
=Nama waan kennate deebi’ee himatu.
2. ?Waa lama tan yoon rabbiif jecha of qaban rabbiin Jannata namaa kennu maal faa dha?
✒Arrabaa fi qaama saalaa.
3.?Maali haalli lama kan Mu’uumina keessatti walitti hin qabamne?
✒Dooynummaa (qorqodina)
Haala hammaachuu
4.?Saalaanni yoon nama dabre akka nama warra ofii dhabee tahan salaata kami?
✒Salaata Asrii
5.? Irra caaltuun Sadaqaa tami?
✒Xiqqoo qabdurraa kennachuu.
6. ?Waa sadii tan nama dhoorgachuun hin taane tami?
✒Bishaan, citaa fi ibidda.
7.✒ Namni soomanu yeroo meeqa gammada je’ee Rassuulli (SAW)?
✒Yeroo 2. Isaanis: yeroo furuu fi yeroo rabbi isaa qunnamu.
8? Guyyaa kam yoon soomanan diliin amata lamaa namarraa buuti je’ee Rassuulli (SAW)?
✒Guyyaa Arafaa.
9.?Guyyaa kam yoon soomanan diliin amata tokkoo namarraa buuti je’ee Rassuulli (SAW)?
✒Guyyaa Ashuuraa.
10? Masjiida kami kan yoon keessa salaatan akka nama Umraa godhee tahan?
✒Masjiidul Quba’a.
11.?Yeroon lama tan hulaan samii banamtu tan du’aa’iin qeebalamtu tami?
✒Azaanaa fi Iqaamaa jidduu
Saffii Jihaadaa keessatti.
12.?Wanni rabbiin namaa hin araaramne maali?
✒Haqa namaa.
13? Namni Rassuulatti (SAW) guyyaa Qiyaamaa akkaan itti aanu nama kami?
✒Nama akkaan salaata heddummeessu.
14.?Irra gaariin addunyaa tanaa maali ja’an Rassuulli (SAW)?
✒Jaartii gaarii.
15.? Irra hedduun warra Jannataa warra kami?
✒Miskiina
16. ?Irra heedduun warra Azaabaa kami?
✒Dubartti dha.
17?Rabbiin dura maal uume akka Rassuulli (SAW) je’etti?
✒Qalama.
18.?Namni nama Khaddamu nama booda dhuga moo nama dura dhuga?
✒Nama booda.
19.?Soomanarra erga Ramadaanaati irra caalaan kami?
✒Muharram
20.? Irra caalan salaata kami erga salaata Waajibaati akka Rassuulli (SAW) je’etti?
✒Salaata leeylii ti.
21. ?Salaanni warra towbaa deddeebi’uu salaata kami?
View more on Facebook
Leave a Message