Ulaagaaleen salaata sagal(9) 1, islaama tahuudha 2, Aqlii q...
Ulaagaaleen salaata sagal(9)
1, islaama tahuudha
2, Aqlii qabaachudha
3, waa addaan beekuudha
4, hasada firra fudhuu(qulqulleeffachuudha)
5, owraa sattaarachuudha.
6, najisa firraa deemsisuudha.
7, karaa qibla achii gara galuudha
8, yeroo salaata seenuudha.
9, niin salaata jedhani niyachuudha.
View more on Facebook
- ← ⏩ Qajeelfamni koo ajaja Rabbii Tokkicha <Qur'aana> ⏩ karaan...
- THE GRAVE IS CALLING...! LISTEN VERY VERY CAREFULLY! Oh Son... →
Leave a Message