⏩ Qajeelfamni koo ajaja Rabbii Tokkicha <Qur'aana> ⏩ karaan...


⏩ Qajeelfamni koo ajaja Rabbii Tokkicha ⏩ karaan kiyya sunnaa Nabi Muhammad(s.a.w) ⏩ Amantiin koo amantii qulqulluu #Islam Alhamdu lillaahi Rabbil aalamiin. ⏩ Waan ajaja Rabbii(Qur'aaba) faalleeysu kamiyyuu hin qeebalu. ⏩ Waan karaa sunnaa Rasuulaa (s.a.w) irraa naa baasu tokkollee hin qeebalu. ⏩ Waan amantii koo Islaam irraa naa baasu tokkollee hin qeebalu. ⏩ Waan tawhiida/aqidaa diigu kamiyyuuu hin qeebalu. ⏩ Waan tokkummaa Islaama diigu kamiyyuu hin qeebalu. =Waan hunda dura amantii koo-ISLAAM.

View more on Facebook



Leave a Message

×
×

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;