Waan akkaan nama rifachissu kana osoo hin dubbisin bira hin...
Waan akkaan nama rifachissu kana osoo hin dubbisin bira hin dabrin
→ Nabiyyin keenya (saw) wa'ee fatanaa guyya qiyaama hogga dubbatan akkan je'an
~→ Rabbin (sw) guyya qiyaama ilmaan nama hundii egaa wantoota 4 gaaftamee booda kan fatana dabree fi kan kufees deema gara jannnata ajajaman garu osoo jannata hin geenye riqicha (dildila) jahannam gubbarati argamu kan siraax je'amu kan rifeensarra qal'aa kan seyfirra qaraa kan jalli isaa jahannam kan gubbarra dabruun dirqama je'an kan fatana dabran akkauma dalgaa isaatin gariin akka HAngaasu, gariin akka liphsuu ijaa, gariin akka farda colle, gariin akka nama akkan figutti dildila kan irra dabraa osoo jiraani namni dalgan kheyrii isaa xiqqo taate lafarra shoroqaa dhufaa je'an .yeroo kan riqicha gubba hogga shorroqaa deemu hookoo riqicha gubba jirtun qamni isaa ci ciramaa dabraa waan kheyrii waan qabuuf shorroqatuma jannata deem je'an
→kana booda warri fatana kufe hundi dildila kana irraa harca'anii (kuufani) jahannamiti dhuman je'an Rabbin qur'aana iaa kessatti dubbate
(وننجي الذين اتقو ونزر ااظالمين فيها جثيا)
√√√ warren rabbi sodaatan najaa isaan basna warren dilii dalguudhan lubbu isaani midhaan hunda jahannam keessatti isaan facaasna(gad-dhifna) je'e rabbin (sw)
YAA RABBI WARRA FATANAAKHUFEE SIRAAX IRRA KHUFEE IBIDDA JAHANNAMITI DHUMU NUN GODHINI YAA ALLAH NAJAA NU BAASI YAA RABBI
AMMIIIIN...
SHARE GODHA WAL YAADACHISAA jzk .... ,, Viav mahe babili lion
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=241453409806674&id=121335788485104
View more on Facebook
- ← Maanta Oo Kale Nabigeena Muxamed scw Muxuu nooga Dardaarmay...
- ⏩ Qajeelfamni koo ajaja Rabbii Tokkicha <Qur'aana> ⏩ karaan... →
Leave a Message