ayyan hadha jaalala
??WALALOO AYYUU TOO??
⤵Namni JALALE kee jalatuu Dubisii
Yoo siti tole Sher godhi?
➡️Si yaade Si yaade_
➡️jalale too si yaade_
➡️Qamaaf qalbiin tiyya_
➡️Si arguuf raraate_
➡️Yaada kankeetirraa_
➡️Mataan na maraate_
➡️Uf bira si dhabee_
➡️Bineesi na nyaate_
➡️Ilaale sin arguu_
➡️Si waamu hin Owwatu_
➡️Na bira fagaatte_
➡️Iddoon ati jirtu_
➡️Onnen too na goyde_
➡️Osoo si dheebottu×2_
?
➡️Ayyu too jaalale_
➡️Heddu si dheebodhe_
➡️Osoo lubbuun jirtuu_
➡️Si hawwu mudaddhe_
➡️Dirqama jiruuttif_
➡️Kan sirra fagaadhe_
➡️Qamaan fagaadhulle_
➡️Yoom si iraanfadhe_
Jiruu na boshawe
➡️Waa heddu hubaadhe_
➡️Belayus dheebodhus_
➡️Garaa koo hidhadhe_
➡️Yeroo si yaadadhus_
➡️Imimaan haqadhee_
➡️Yaa rabbii yaa Allah_
➡️Ani si kadhadhe_
➡️jaalale too naaf Eegi_
➡️Ani sitti kennadhe_
➡️Umrii naaf dheeressi_
➡️Adara si kadhee_
➡️Anuma wal garra_
➡️Yoo fayyaan jiraadhe×2_
?
Leave a Message