Rabbiif Jedhii Sharee Gochuu Hin Irraanfatani Me wan hanga...


Rabbiif Jedhii Sharee Gochuu Hin Irraanfatani Me wan hanga kana dubiisiti gama jelaa saniti duai Ajaiba takka jira #Amiiin jiiti deebisi ergasii #share godhi Maaliif Hin Salannee Obbolessaa Akiraa? Maaliif Hin Salannee Obboletti Akiraa? Duniyaa Irraattii 1. Hangaa salanneti Umrii Kee irraa Barakaan ni ka’aa 2. Hangaa salanneti Fuula kee irraa Nuurii/ifaan/ ni ka’aa 3. Hangaa salanneti Hojiin hojjatuu kamuu fudhatamaa hin qabuu 4. Hangaa Salanneti Du’a’ii kee Fudhatamaa hin qabuu 5. Hangaa salanneti Du’a’iin Namoonni biraa siif godhaan faayidaa hin qabuu Hooga Duutu 1. Hangaa salanneti Kan hin faayidinee fi Salphataa taatee Duuta 2. Hangaa salanneti Osooma Beeloftuu Duuta 3. Hangaa salanneti Osooma Dheebbotuu Duuta osoo bishaan baharaa illee dhugdee dhebbuu hin baatuu Qabrii keessatti 1. Hangaa salanneti Kaleen tee lamaan hangaa wal jalaa tarituttii rabbiin qabrii sitti dhiphisaa 2. Hangaa salanneti Qabrii Keessatti Ibidaa sitti qabsifamee halkani fi guyyaa cinqamtaa 3. Hangaa salanneti Guyyaatti si’aa shan bofaa/jawwee/ wajjiin beelama qabdaa. Salataa subhii waan hin salatniif osoo sii reebuu salatnii zuhrii ni gayaa. Salataa Zuhrii waan hin salatniif osoo sii reebuu salatnii Asrii ni gayaa. Cinqaan kee haala kanaan itti fufaa (Yeroo tokko kan dhawamtuu hangaa ciqilee 70 lafaa jalaa si dabarsaa). Guyyaa Qiyaamaa 1. Hangaa salanneti Karaa ibidaa Jahanama fuula keetiin harkifamaa fuudhatamtaa. 2. Hangaa salanneti Rabbii fuula duraati yeroo dalagaa tee fudhatuu Rabbiin (S.W) ijaa loolatin silaale fuula kee irraa foon jiruu siraa ka’aa 3. Hangaa salanneti yeroo Rabbii wajjiin dalagaa tee madalisiftuu Madaliin tee tan bade taatee karaa ibidaa jahhanamii darbamtuu godhamtaa. Obbolessoo Amalee hin salattuu????? Obbolettii Ammaas hin Salattuu??????????????? Rabbiin namaa waan dhagahee , dubbisee , walii dabrisee , irraattii walii jajjabessee irraa faayadamuu nuu haa taasisuu. Share Walii gochuu hin irranfatinaa Maaltu beeka sababaa kanaan namoonni hedduu yoo salattni nutiis siroofnee guyyaa rakkoo tokko nuu faayidaa ta’aa ! In sha Allah! Asalama aleykum warahmatulh wabarakatuh ?Yaa allah yaa rabbii ?Nuti muslimuuma qabane ?Islaamuma jaallane ?tokiichuma kee amane ?dandeeti kee amane ? bekumasa kee amane ?qur'aana kee amane ?jabeena kee amane ?nabiiyyi keena amane ?Sallalaahualeyhii wasalam ?ergama keena amane ?gabbarama ta'uu kee amae ?laa illaha illalahu jechu fahamne ?amrii yahuuda maganfane ?dandii haqa fillane ?shahiiduma jaallane ?wal jallatu sii kadhane ?wal hamachu maganfane ?taqwaa fi imaana sii kadhane ?adunya baraka sii kadhane ?akiiraa shafa'aa sii kadhane ?azaa adunyaa maganfane ?azaaba akiiraa maganfane ?amrii zaliima maganfane ?amrii haasida maganfane ?hamtuu irra wal gorfane ?wal dhagahuu sii kadhane ?wal bekku sii kadhane ?haqa walii eguu sii kadhane ?kasbii keenya hojetane ?rizqii baldhina sii kadhane ?sadaqachu karorfane ?nagaan nyaachu sii kadhane ????????? ? ? ? ? ? ? ? ? ?Atti gafuuru rahiimi ?Mottii homa dadhabne ?Dureesa deega qabne ?arjaa gidee hin qabne ?motii shariika qabne ?beekkaa wallala qabne ?ogeesa haddii qabne ?rahmata kee sii kadhane ?nuf kenni wan sii gaafane ?aduwwii diini dadhabne ?nurra dhahii kaasi motii ?kan kaafiraa akka nukeesa hin teene ?bekkuma dhiifta male ijaa keetin arguu dhabne ?amiiran keena guurate motuman baraka qabne ?harkaa fudhuf humna dhabne ?yoo caldhiisnes gara dhabne ?yoo dubanes ajeefamne ?yaada qofan gugubane ?nuu baleesuf karorfate ? umanii mataa qabne ?sodaafis hin caldhiisne ?dubachaa tuman jirra ?wanta rabbii nuf kenne ?bekkan muslimaa heddu ?kan lakofsa hin qabne ?oso wan huddaa beknuu ?dubachuf bakka dhabne ?akka wan bineensa taane ?motuman ukaamfane ? akanaan banee hafnu ?gaaf tokko nasriin dhufa ?yoo rabbii obsa nuf kenne ????????? ?Yaa rabbii mee ?Yaada koo siiti ibsaa ?Kadha koo naf dhageesa ?wan nuu jallisa ?wan nuu liqiimsa ?wan nuu rakkiisa ?wan nuu fannisa ?wan nuu ukamasa ?wan nuu hiyoomsa ?wan nuu jerjersa ?wan nuu dhiita ?wan nurra fiiga ?wan nuu diiga ?wan nuu hamata ?wan nuu komata ?wan nuu himata ? wan addaan nuu kutaa Amrii tee tan wanti hundu jalaa hin dhukane sanii jedhii balaa bakkuma ka'eeti nurra deebisi yaa rabbii yaa allah Yaa obolewan koo bakka hundati sheer naf godhaaa Amiiiiiin jii duain namuma amiin jaheef qeebalamtiiti. Rabbiiin nura haw qeebalu

View more on Facebook



Leave a Message

×
×

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;