jaalala dhuga


#DUBBII_WAA_SADII (3)

#Nama 3 Hiriyaa hin godhatin ~

* Sodaataa

* Gowwaa

* Abbaa garaa.

#Nama 3 wadaaja hin yaammatin ~

* Nama jaartin mootu

* Daldalaa

* Hattuu.

# waa 3 Abbaa tuffattii, waa 3 Abbaa hin tuffattu.

* Dibichi Haraashii yeroo goobe Abbuma guddise

Tuffata.

* Jaartiin yeroo Jaarsi harka qallateefii yeroo jaarsi

dulloome or nailed.

* Ilmi Abbaan kabajaan hin guddisin yeroo dardare

Abbaa

tuffata.

#waa 3 tan Abbaa hin tuffanne.

* Intalti dhalaa Abbaa hin tuffattu

* Sareen Abbaa hin tuffattu

* Dachiin Abbaa hin tuffattu.

#waa 3 osoo jibbanuu nama dhaalti ~

* Got it

* Dulluma

* Hiyyummaa.

~ Jaartin dhiiraa 3 je'an ~

* Tan fuudhan namaaf teessu

* Tan ilmaan namaaf deessu

* Tan itti kennatan ol keessu

* Jaartii jaarsaa

* jaartii warraa

* Jaartii gosaa.

~ Jaarsi 3 jean ~

* Jaarsa jaartii

* Jaarsa gandaa

* Jaarsa biyyaa

~ jaarsi 3 je'an ~

* midnight

* Qoma arri

* Mata arri.

# Namni jiru tokko guyyaa 3 qaba ~

* Guyyaa Dhalootaa

* Guyyaa Gaa'ilaa ykn fuudhafi heerumaa

* Guyyaa Du'aa.

~ Namni 3 je'an ~

* Nama ganda jiru

* Nama gandaan jiru

* Nama gandi isaan jiru.

#Namni waa 3 hin beeyne ka'ee waa hin himin. ~

* Nama kitaaba rabbii waan je'u hin beeyne,

* Nama Heera gadaa waan je'u hin beeyne

* Nama Heera mootummaa waan je'u hin beeyne.

#Waa 3 hijaa hin qabanii ~

* Hayyuu

* Ibidah

* Bishaan.

#waa 3 nin dhaqqabee, 3 nadhaqqabdee je'e jaarsi. ~

* Abbaan ilma gorsuu nin dhaqqabee,

* Ilmi abbaan "us ati dubbii zamanaa hin beeytuu"

je'ee

abbaa usisiisuun nadhaqqabdee.

* Hayyuun may have been killed in a mosquito net

dhaqqabee,

* wallaalan Hayyuu ofii gad kaayee waan fedhe

murteeysuun

nadhaqqabde.

* Jaartiin ajaja jaarsaa godhuu nin dhaqqabee,

* Jaartiin ajaja jaarsaa diddee jaarsa ajajuun

nadhaqqabde.

....... dubbiin waa sadii baay'edha

hammuma tokoon barreess malee ...

.... maddi isaa, haasawa manguddorraa.

Post itti aanu argachuuf websti kana #like erga gootee

booda #share godhaa darbaa !!!



Leave a Message

×
×

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;