#Oduu #Amma #Nu #Gahe ?Magaala Finfinnee keessatti manneen...
#Oduu #Amma #Nu #Gahe
?Magaala Finfinnee keessatti manneen foonii gurguddoon 20 ta'an; HARREE qalanii, foonii harree mana nyaataatti; nyaataf oolchanii osoo gurguraa jiranuu, harkaaf harkatti eerumsa uummataatin qabamanii jiru. Kanaafuu, foonii yommuu bittaan offeegganno cimaa godha jennaa.
Odeeffannoo kana SHARE gochuun namoonni biraas akka dhaga'aan godhaa
By walalo afan oromo MHD AYU
View more on Facebook
- ← #waanta heddu nama gaddisisudha obboleetti keenya kana irraa...
- Offii eggannoo ciima yaa ilam oromoo Kiinin paractemol P=50... →
Leave a Message