jaalala dhuga
By Mahee Digital
BOONII KOO -Ati naaf qabeenyadhaqabeenya gatii qaaliiammam akkan si jaalluonneekoo lixii ilaali-Ati naaf warqee kootialmaazii gatii danuuamman sitt-of gadhiisufirattuu ofin amanu-Urgooftuu naardoosiikooshittoo phaarisii kiyyadaqiiqaadhaaf si dhabnaangurra qabadheen iyya-Hewaaniikoo ishee dhugaaishee gaarii naaf yaadduOnneekoo siin alattidabalata'n barbaaddu-Sana kanaan sin ibsu ati anaaf waan hundabadhaasa noobeliikooargannoo gatii guddaa-Dhaladhee har'a ga'eeraguddadhee, sutee margeedurba qalbiikoo fuutean tokkittiikeen arge-Akka qaroo ijaattissi qofaan ilaalladhegulaalee ungulaalee...