#waan_ajaaibati_me_obsan_dubbisi ●Bilaal ibn sa'ad akkana ja...
By Mahee Digital
#waan_ajaaibati_me_obsan_dubbisi ●Bilaal ibn sa'ad akkana ja'e: Rabbiin s.w diliile ni araarama garu kitaaba gabricha irraa hin haqu hamma guyyaa qiyaamaa irra dhaabu yonifi tawbatelle . ●Aba hurayra akkana ja'e : Rabbiin gabricha isaa gama isaa fitti as dhiheesse kafana isaatin isa hagooge uumaa irraa isa sattareti kitaaba isaa kannaaf isaa sutriin isa sattare jiruun. Sani ja'aan: yaa ilma aadam kitaaba ke dubbisii sani gabrichinis kitaaba isa dubbisa , osuma dubbisu jiru huggaa toltu inni hojjate bira gahe fuulli isa ife qalbiin isaa gammade sani Rabbiin s.w akkana ja'an : ni bayta ? Sani...