Juma MUBARKA #Jaalala_Rabbii ☞WANTOOTA 8 KAN JAALALA RABBII...


Juma MUBARKA #Jaalala_Rabbii ☞WANTOOTA 8 KAN JAALALA RABBII NAMAAF ARGAMSIISAN ------------------------------ 1.TOWBAA(GAMA RABBII DEEBI'U) RABBIIN gama isaa deebi'u baayyee jaalata "Rabbiin warren dogongora isaanii fudhatanii gama isaa deebi'anii fi qulqulleffatoota ni jaalata" baqraa aayata:222 2.HOJII GAARII HOJJACHUU hojii toltuu hojjachuun waan jaalala RABBII namaaf argamsiisurrahi RABBIIN akkana jedha "Toltuu hojjadhaa Rabbiin warren toltuu hojjatan jaalataa" al-baqraa aayata:195 3.RABBI SODAACHUU Rabbi dhoksaa fi ifattis sodaachuu waan jaalala RABBI namaaf argamsiisuu dha "RABBIIN WARREEN ISA SODAATAN NI JAALATA" towbaa aayata:7 4.HAQA HOJJACHUU haqa hojjachuun,haqa murtessuun odoo mataa ofirratti taatallee waan jaalala RABBII namaaf argamsiisu irraahi "Rabbiin warreen haqa dalagan ni jaalata" 5.QULQULLEEFACHUU qulqullefachuun huccuu tee xurii,onnee tee shirkii,qaama kee najisa irraa qulqulleessuu dha "RABBIIN WARREEN QULQUULLEEFATAN JAALATA" towbaa aayata:108 6.OBSUU obsi wanta Rabbiin akkaan jaalatuu dha "RABBIIN WARREEN OBSAN NI JAALATA" ali imraan aayata:146 7.RABBI IRRATTI IRKACHUU Rabbiin hoggaa itti irkatte si jaalata "RABBIIN WARREEN ISARRATTI IRAKATAN NI JAALATA" 8.KARAA RABBII KESSATTI DUULUU "RABBIIN WARREEN KARAA ISAA KESSATTI DUULU NI JAALATA" =>YAA RABBI NAMA DUNIYAA FI AKHIRATTI JAALALA TEETIN MILKÀAHU NU GODHI!!!!! AAMIIN OBBOLESSA KEETIF SHARE GODHUU HIN DAGATIN SAWAABNI AKKA SIIF BAAYYATU.... By mahe babili lion

View more on Facebook



Leave a Message

×
×

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;