Our Updates

jaalala dhuga

By Mahee Digital


Tue, 20-Nov-2018, 11:11

BOONII KOO -Ati naaf qabeenyadhaqabeenya gatii qaaliiammam akkan si jaalluonneekoo lixii ilaali-Ati naaf warqee kootialmaazii gatii danuuamman sitt-of gadhiisufirattuu ofin amanu-Urgooftuu naardoosiikooshittoo phaarisii kiyyadaqiiqaadhaaf si dhabnaangurra qabadheen iyya-Hewaaniikoo ishee dhugaaishee gaarii naaf yaadduOnneekoo siin alattidabalata'n barbaaddu-Sana kanaan sin ibsu ati anaaf waan hundabadhaasa noobeliikooargannoo gatii guddaa-Dhaladhee har'a ga'eeraguddadhee, sutee margeedurba qalbiikoo fuutean tokkittiikeen arge-Akka qaroo ijaattissi qofaan ilaalladhegulaalee ungulaalee...

Continue reading

ayyan hadha jaalala

By Mahee Digital


Tue, 20-Nov-2018, 11:00

??WALALOO AYYUU TOO??⤵Namni JALALE  kee jalatuu Dubisii Yoo siti tole Sher godhi?➡️Si yaade Si yaade_➡️jalale too si yaade_➡️Qamaaf qalbiin tiyya_➡️Si arguuf raraate_➡️Yaada kankeetirraa_➡️Mataan na maraate_➡️Uf bira si dhabee_➡️Bineesi na nyaate_➡️Ilaale sin arguu_➡️Si waamu hin Owwatu_➡️Na bira fagaatte_➡️Iddoon ati jirtu_➡️Onnen too na goyde_➡️Osoo si dheebottu×2_?➡️Ayyu  too jaalale_➡️Heddu si dheebodhe_➡️Osoo lubbuun jirtuu_➡️Si hawwu mudaddhe_➡️Dirqama jiruuttif_➡️Kan sirra fagaadhe_➡️Qamaan fagaadhulle_➡️Yoom si iraanfadhe_Jiruu na boshawe➡️Waa heddu hubaadhe_➡️Belayus dh...

Continue reading

yaddanoo dhugaa

By Mahee Digital


Tue, 20-Nov-2018, 10:55

Ati cina qama koti anis cina qama keti sin fadha haman du'uu sin jaaladha nan ja'ii na dubbati nan dhadadhu lubbu to anaa fi ati araba fi ilkedha yo tokko kessa irate walin hin bareenu simale addun tun naf hin dhitu simale dhitu naf hin baritu simale tan biraa naf hin tatu  ani siniin dalaga akka ifa batri xiqo sira tura matan arrii baraasa dhugaati walahiJaalalti dhugaa shaahida hin feetuHimata hin sodaatin osuma fibeeytuAni siin jaaladha ati hoo akkam jettuJaalalti bifaafii zaataan hin mullatu Akka lafee qaamaa raajii hin kaafamtuBy #Màfíýá_Leader

Continue reading

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;