#waanta heddu nama gaddisisudha obboleetti keenya kana irraa...
By Mahee Digital
#waanta heddu nama gaddisisudha obboleetti keenya kana irraa waa heddu barattu jedheen yaada obbolotakoo midhagina jechuun akka isin itti herreeggattan kana miti ajandaa seexana milkeessuuf qaama keessan hin ballaaesina adara dargaggumman akka darbuu hin dagatina akkanatti qaama ofii mullisuun qalbi nama hata osoo hin taane qalbii nama cabsa,teknoloojitti fayadamnee uumama micciruun garuu wal'aaluma adara safuu beeka wan gootan osoo hin rawwatin fayidaf bu'aasa adda baasa beeka "shareView more on Facebook