Juma MUBARKA #Jaalala_Rabbii ☞WANTOOTA 8 KAN JAALALA RABBII...
By Mahee Digital
Juma MUBARKA #Jaalala_Rabbii ☞WANTOOTA 8 KAN JAALALA RABBII NAMAAF ARGAMSIISAN ------------------------------ 1.TOWBAA(GAMA RABBII DEEBI'U) RABBIIN gama isaa deebi'u baayyee jaalata "Rabbiin warren dogongora isaanii fudhatanii gama isaa deebi'anii fi qulqulleffatoota ni jaalata" baqraa aayata:222 2.HOJII GAARII HOJJACHUU hojii toltuu hojjachuun waan jaalala RABBII namaaf argamsiisurrahi RABBIIN akkana jedha "Toltuu hojjadhaa Rabbiin warren toltuu hojjatan jaalataa" al-baqraa aayata:195 3.RABBI SODAACHUU Rabbi dhoksaa fi ifattis sodaachuu waan jaalala RABBI namaaf argamsiisuu dha "RABBIIN WARR...