"uncategorized" Updates

welcome to Waalalo harmee

By Mahee Digital


Mon, 19-Nov-2018, 16:37

Hangaa feete ☜ jaaladhuu.Hangaa  feete ☜amanii.Hangaa feete ☜ kabajii.Hangaa feete ☜itti dhiyadhuu.Hangaa feete☜ irraa fagadhuu.Hangaa feete ☜ jibbi yookn tuffadhu.Hangaa feete☜ ofitti anffadhuu.Hangaa feete ☜ kheeyri yaadifHangaa feete ☜gammachisi.☞ ilmii namaa kamuu sitti jijjirama ☜☞Garuu Kan jiruu duniyaa tanaa irraatti yeroo kamuu  sittii Hin jijjiramnee   Haadhaa fii abbaa kee  qofaa ☜Rabbiin haadhaaf Abbaa keenyaa  umrii isaanii nuuf haa  dheeresu  Worraa adunyaa irraa hin jireef jannaatan isaan haa gammachiisu.Mahe babili lion fbI love you my mot...

Continue reading

mahe

By Mahee Digital


Mon, 19-Nov-2018, 16:21

#WALALOO #JAALALA #FURTUUN #JIREENYA • Jaalalli hin hinaafu obsaaf danda’aadha• Namas hin lafafu furtuu waan hundaadha• Amantii qabaachuu jaalalaan ibsama• Ulaagaan namummaas isaan madaalama• Waan hundumaa darbuuf obsa barbaachisa• Jaalallis furtuudha cubbuu namaa dhoksa• Amantiin hundeedha qabaachuudhaaf obsa• Seeras raawwachuudha jaalalli sirriinsaa• Bantuun mana waaqaa jaalala ta’uusaa• Nu duraa dhokatee maaliif nu rakkisaa?• Furtuun waan hundaadhaa jaalalaa hubadhaa• Hojii kam keessaattuu dursa isaaf laadha?o Maalummaa jaalalaa beeknee adda baafanneeo Wal-haa jaallannu kaa hundinuu ho...

Continue reading

https://mahedigital.websites.co.in welcom to mahe website

By Mahee Digital


Sun, 18-Nov-2018, 07:51

As wr wb welcom to mahedigital websita 

Continue reading

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;