Jechoota Jaalalaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ❤️��❣Jaalala jechuun Kan jaalatan fedhii dhugaatin jaalachuu jechuudha. ❤️❤️Jaalalti Kan jaalateef deebii yoo hin argatin firii dhabeessa ta'a. ❤️❤️Jaalalti Kan bee

Jechoota Jaalalaa

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️


❤️��❣Jaalala jechuun Kan jaalatan fedhii

dhugaatin jaalachuu jechuudha.


❤️❤️Jaalalti Kan jaalateef deebii yoo hin argatin

firii dhabeessa ta'a.


❤️❤️Jaalalti Kan beekamuun jaalachuu

Kan beekuuni.


����Jaalalti Kan ta'uu bin barbaanne osoo wal

barbaadan wal qunnamuu (arguu) yoo dhabaniidha.


����Obsi boonan Kan dararamu dhukkuba

jaalalaati.Jaalalti dhugaa mi'aa gidiraa mana hidhaati.


♥️��Jaalalas ta'ee jibbi hanga isaatti yoo

hin tane rakKoof si saaxila.

Osoo walbarbaadan walirraafagaachuun hiibboo jaalalaati.


❤️❤️❤️Yaaddon jaalalaa fedhii nyaataa cufuun

beekama.Jaalalti wajjiin(waliif) hin taane onneen madaadha.

����yeroo tokko tokko Karaa waan jibbaniifi hinfeenetti deemunis ni Barbaachisa.


 ❣❣Nama jaaladhu malee qalbii itti bin kennin

dhumni isaa wal dhabbii fida .waan ta'eef. Jaalalti walitti dhufeenya hidhii ykn maallaqaatii miti.


❤️Jaalala mallaqaan hin bitin jaalala

jaalalumaan biti.

Hinaaffan jaalala waliin dhalata haata'u

malee waliin hindu'u.


♥️❤️ Bara jireenya hundaa keessatti jibbamuu

Kan hindandeenye yoo jiraate jaalala, nagayaa

Www.Facebook.com//jaalaladhugaayu



Leave a Message

×
×

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;