about mahedigital.wibset.co.in
Garee kan sharraman kenya dargogo tiya
Akka wa irra bartanif ? Obsaan dubbisaa Seena hin Dubbisan malee ofiin nama dubbiftuu ♥ nama waa dubbisetu
barattuun tun heddu obsa waan qabduuf Mana barumsaa San Keessa Iddoo biraatti yaamatee Yaa obboleessa maaltu sii dhibee barachuu maalif naa dhoorgitaa jette gaafatee ??
? San booda gurbaan Akkana jedheen Anii hedduu sii jaaladha Sii dhabee jiraachuu hin dandayuu Yoo jaalalee qabaates Akka fedhii kiyyaa naaf guutu sirra barbaada jedheen
? Intalli tuniis Yaada gurbaa kanaa sirriitti Erga hubatee booda Tooftaa ( mala) gurbaa kanaaf sababa tayee hamtuu irra isaa Oolchuu yeroo xiqqoof sammuu isii kessa ergaa yaade
Jecha Ergamaa rabbii ? (S a w)? yaadattee
?☘Ergamaa rabbii (S a w) akkana jedhan
Namanii guyyaa ☘40 ☘Iimaama woliin salaata fajrii osoo takka addan hin kuttiin salaate tiika rabbii kessa galee Ammas sheeyxaanni isa dogogorsiisuu hin dandayuu nuura Iimaana godhata jedhan ( sahiha muslim)
? Maare Akkana jetteen Atti Erga naa jaalate Waan An siin jedhee goota Yoo atti waan an siin jedhee hojjatte aniis fedha Kee siif guuta jetteen ???
? Gurbaanis heddu gammadee Eee waan Atti naan jette hundaa nii hojjadha jedheen
? Intalliis Akkan jetteen Tolee guyyaa ?40☘ ykn ji'a tokkof bultii 10n guyyaa tokko osoo Addaan hin kuttiin salaata fajrii ykn (subii ) masjida deemii Iimaama wojjiin salaatii jetteen
? Gurbaanis tolee jedhee fudhatee
Ammas akkana jetteen Anii guyyaa hundaa sii ilaala yoo guyyaa tokko masjida sii dhabee waan siif godhuu hin qabuu yoo waada guute malee jetteen Tolee jedhanii Addan deeman
? Gurbaan salaata Eegalee intallii naa Eegadii yoo Salaata guyya tokkof addan kutte fedhii kiyya naaf hin guutu jedhee waan sodaatuf Guyyaa tokko osoo Addaan hin kuttiin osoo yeroo dabrsiin Guyyaa ☘40? Iimaama woliin salaate xumuree
? Garuu Adada salaatuun gurbaa Kan iimaanni isaa dabalmaa dhufe sodaa rabbii Eegalee kadhaa rabbii Eegalee nuurri Iimaana Irraa muldhatee yaada intalaa dagatee
? Intaalii garuu gaafa guyyaan ?40☘ dhumatee Kootu Amma fedha Kee siif guuta jetteen ??
? Gubaanis Ha'uzubillaah Astgafurullaah jedhee biraa deeme
?Intalli tuniis Alhmdulillaah gallanii keetti yaa rabbii Kan sababa kiyyaan gurbaa Kan qajeelchiite jette Rabbiif sujuuda buute
? Yeroo Kan Gurbaan of irra gargalee laalee
Maaliif sujuuda buta jedhee gaafate??
? Intalli tuniis Akkan jetteen Een hin sujuuda rabbii kiiyyaf Kan sababa kiyyaan sii qajeelchee haraama dalguu irra sii fageese rabbiin of sii beeksisee jetten
?Gurbaan kun hedduu itti dhagahamee of iraa gadii taa'e Atti waa dhugaan milkoofatee siif galtee iimaani dhuga Ana rabbiitu naa milkeesuu Aduniyaa Fi Akiraa jedhee booye
? Guyyaa lamma booda maatii intalaa biraa deeme seena kana hundaa barsiisee Intala isaani akka itti heerumsiisan gaafatee maatiinis hin dinnee Kenaaniif deema Rabbiin Addaan isiin hin baasiin Aduniyaa Fi akiraalee jedhanii
Ebbisan
Nama soda rabbii dhugamattii qabuu isaa milkessa rabbiin Akkanatti
? Rabbii Nuu milkeesuu Aduniyaa Fi akiraa anaaf isiinilee Akkuma jaraa kanaa
♥ Waan dubbifantaniif keeyrii isiin haa dubbiftuu Barakallahu fiikum ♥
Shere shere woliif godha